
Eenyu Isheen 20: Hakimni Itoophiyaa Somaaliilaand tajaajilaa turtee deebite maal himti? - BBC News Afaan Oromoo
Dr. Maahileet Guush Gabrawald jedhamti. Digiriishee jalqabaa ogummaa wal'aansaa fayyaa (medicine)n bara 2014tti Yunivarsiitii Maqalee irraa eebbifamte. Haala muxannoo Somaalilaandiitti oggummaasheetiin hojjataa turte akkasiin BBCtti himte.

Wow. That’s insane wllhi. No wonder there’s so many immigrants.